#El_Niinoo fi walitti bu’iinsonni naannawa addunyaa 16 keessatti beela caalaatti akka hammeessan Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii akeekkachiise
Dubbisi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
22
Odeessa Guyyuu: Aangawoonni waraanaa #Sudaan loltoota 6,000 daangaa #Itoophiyaa irratti bobbaasuuf karoorfachuu beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2026: Aangawoonni waraanaa Sudaan loltoota gara 6,000 ta’an daangaa Itoophiyaatti, keessumaa baha Naannoo...
addisstandard.com/Afaanoromo…
33
Koomishiniin #Gamtaa_Afrikaa fi Mootummaan #Chaayinaa waliigaltee tumsa misoomaa mallatteessan
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
22
#Masriitti Konkolaataan boba’aa fe’u dhoo’ee lubbuu namoota 31 galaafate; lammileen biyyattii qaamni badii qabu akka seeraan gaafatamuuf iyyataa jiran
Dubbisi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
26
Oduu: #Eertiraan Itoophiyaan dippilomaasii dhimma galaanaa fedhii daangaa biyyoota ollaa irratti qabdu dhoksuuf itti fayyadamti jechuun himatte
Finfinnee, Sadaasa 27, 2026: Eertiraan, #Itoophiyaan dippilomaasii dhimma galaanaa fi waltajjiiwwan nageenya..
addisstandard.com/Afaanoromo…
24
Dhaabbanni Hooldingii Invastimantii Itoophiyaa sagantaa kalaqaa ‘#KAMA’ jedhamu eegalchiise
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
30
Daandiin Qilleensaa #Itoophiyaa balallii idilee gara magaalaa #Aksumitti taasisu har’a akka jalqabu beeksise
Dubbisaa 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
60
#Keeniyaan meeshaalee soolaarii #Chaayinaarraa galchuun #Afriikaa_Bahaarraa sadarkaa jalqabaa qabatte
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
39
Oduu: MM #Abiyyi “Diinota #Itoophiyaa hidhachiisuu dhaabaa” jechuun #Eertiraa gaafatan; Galaana Diimaatti qaqqabuuf marii filannas jedhan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2026: Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimed, mootummaan Eertiraa humnoota mootummaa...
addisstandard.com/Afaanoromo…
#AU'n waamicha marii #Sudaan MM #Abiy dhiyeesse hubannoo keessa galchuun, adeemsichi #Sudaanotaan hoogganamuu qaba jedhe
Cuqaasi📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
38
Oduu: “Dameen industirii amma #GDP keessatti qonna caalaa qooda guddaa qaba,” MM #Abiyyi
Finfinnee, Sadaasa 26, 2026: Shallaggiin oomisha waliigalaa biyya keessaa (GDP) #Itoophiyaa waggootaaf hin haaromfamne ture, amma erga bu’uurri haaraan shallagamee
addisstandard.com/Afaanoromo…
1
80
#Somaaliyaa naannoo Baayidowaatti saaxilamummaan hoongee hirratus ammas namootni miiliyoona 5.3 ol beela keessa jiraachuu Gamtaan Mootummootaa ibse
Dubbisaa 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
34
#Oduu: Adaamii ollaa agamsaa...” Miseensa Mana Maree Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
50
Oduu: Miseensonni #paarlaamaa lama ajjeechaa lammiilee nagaa, buqqaatii fi nageenyi dhabamuu Itoophiyaa keessatti hammaachaa dhufuu ilaalchisee wayita MM Abiyyi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti dhiyaatanitti yaaddoo qaban ibsan
Odeessa guutuuf 👇🏿
addisstandard.com/Afaanoromo…
36
Muummichi Ministeeraa #Abiy_Ahimad yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 1ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa 7ffaa irratti dhiyaachuun gaaffiiwwan miseensota mana maree irraa ka’aniif deebii fi ibsa kennaa jira
Guutuu oduu dubbisuuf liinkii cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
57
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii haleellaa diroonii #Sudaan naannoo Biluu Naayilitti namoota nagaa 17 ajjeese balaaleffate
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
33
Warshaa maxxansa kitaabilee #barnootaa #Itiyoopiyaa keessatti hundeessuuf waliigalteen doolaara miiliyoona 30 mallatteeffame
Dubbisaa 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
31
Oduu: Roobni amanamaa hin taane qonnaan bultoota #Baha_Itoophiyaa mala qonnaa jijjiirama qilleensaa dandamatu akka hordofan taasise
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
#Itoophiyaa fi #Baankiin_Addunyaa raawwii Pirojektii Walitti Hidhamiinsa Diijitaalaa Naannoo Afriikaa Bahaa irratti mari’atan
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
34
#Oduu: #Masrii fi #Sudaan misooma waraana boodaatiif dursa kennuu fi Galaana Diimaa waraana irraa bilisa taasisuu irratti waliigalan
Cuqaasi 📷
addisstandard.com/Afaanoromo…
47




















