Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA) header
Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA) profile picture

Na hordofnaan ! Koflaa gubatta. Boohaa Bashannanta! Abaaramaa Gammadda ! Midhamtes itti gaafatamta

Joined March 2025
Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)Photo by Badhaatuu Ayyalaa (@BadheeA)
Finfinnee by 2030 ❤️
50
11
9
105
18,032
Gaanfa Afrikaa kanatti “Hilliwunnaa Adagaa” keecha kan jiru Oromoo callaa. Abashan rakkoo hin qabdu. Quufa malee! Abashaa dhahuu malee waliin hiriiruun maali?
4
226
“ Koottu Gandarraa jalqabii Hoggansa Shaakali” jedhe Dammaqaan Jawuudhan. Imagine, Stanford university graduate’n takka, Ganda bu’ee Ayyalaa fa’i waliin gaabii oolgatee hoo Xaawoo hiru. Faarse Bulaan cubbuu hin sodaattu Jechumaafi 🫵
6
427
Jawuu fi Abashaan, maal irratti wal lolu jannee, Gaffii filannoo lama qabu isin gaafannee ture. comment’n kallattii kan hirmaate nama 100. Inbox Ajandaa kana callaaf nama 147. Deebiin keechan kan Armaan gadiiti! - 65%, Ixiyophiyyaa tiksuu irrat wal lolti - 25% , Interest Oromoo irrat wal lolti - 7% , interestin ixiyophiyyaa fi Oromoo walirra oole. - 3% , Waan isa hin laallanne Xeebe. Guduunfaa; Sabni keenya Jawuun Oromoo tiksuurra Ixiyophiyyaaf dursa kennaa jira jedhee amana. Hirmaattonni Galatoomaa Galatoomaa 🫵
2
464
Masarat Taayyee ifumatti “Munnee Haadha keessanii” nuun jedhera. Warra badii, Malkaa badii, lafa Badii… Jedhee Waaqeffataa Abaare. Lafuma keenyarra taa’ee Nu abaare. Gara Yerusalem, lafa qananii isaa deemuun dirqama. Lafa keenyarraa taa’aa, Irra qoxataa, irraa nyaataa , irratti hagaa… Arrabsuun hin taatu! Tarkanfii Abbaan Gachii irratti fudhatuuf Feenxaqoonxeen akka nu komanne. Daangaa Darbe Jechumaafi 🫵
4
4
534
Masha Allah 🔥
1
3
358
BREAKING NEWS: Kantiibaa Magaalaa Amboo Duraanii, Obboo Hacaaluu Gammachuu, Kan Amma Holatatti muudame Makkalakayaan tumte! Akkuma Amboo se’ee, Mooraa Makkalakayaa Guddicha kan “ Jeneral Mulugeta Bulii” jedhamu Sana seeraan ala, Beellama malee Yookan “Pass” Ala seene. Makkuun qabdee jilbaan ooftee cafaqxe gallakkiste. Samoona Hospitaala ture, jetti Oduun🫵
3
6
1,553
Tajjaniin sun Nama hamaa Abbabaa Garasuu Caalu ta’uu Turtanii agartu. Halli Jawuun, Sabotage Abbabaa fa’i Tijjanii xalafuuf tolchaniin Oromiyaan goolamaa jirti jedhe sirrii miti. Abbabaan fa’i Caasaa idilees kan Shiftaas chochoosurra hin jiran. Goolama ammaa kan Bukeechus kan marqus kan bixxilus kan Buddeenechus Tijjanii fi Kaffaaloo fa’i. Dhimma Moyaalee irratti, Itti Aanaa Bulchiinsaafi Nageenya Naannoo Somalee fi Tijjanii jidduutti Haasawa Telefoonaa Butame arganneerra. Triangular network Tijjani-Tofiq- General Hasan Yere jidduu jiru ragaa quubsaat jira. Jeneral Hasan Yeree haga ammaattu Lola Somaleen Boorana irratti baname lolchiisaa warra jirani. Kan suura irraa muldhatu kana 🫵
1
10
872
Sirkaala Silence Damee baha ture. Qeerransoo(Tarikuu) Kadir moo akkam jedhama. Sirkaalli Bosonaa, “galuu feena koottu nu fuudhi”jetteen. Hoo inni Taskiforsii qopheessee, Midiyaa fi Kadiree gurmeechee fuudhuu dhaqu, Kabbabdee, Affantee isuma fudhattee deemte. Fiduu dhaqee, fudhatamee hafe. PPn fi Sirkaalli silence sagalee ta’uufillee didde. Naatiin dhiphina keecha jira! Sirkaalli Bosonaa, Barsiisuuf Mirga qabdu. Garuu garuu garuu, akka hin miine adaraa adaraa. Jechumaafi 🫵
1
10
618
Badhaatuu Ayyalaa retweeted
The Mastermind Behind the Anti-Oromo Campaign Exposes Itself Over the past several weeks, I have repeatedly warned that the clashes between two clans in Moyale were being exploited to transform a localized conflict into a broader Oromo–Somali, and potentially even an Ethiopia–Somalia, confrontation. I argued that the Eritrean regime, with the backing of its Egyptian allies, was seeking to open an eastern front against Abiy Ahmed by exploiting Ethiopia’s internal divisions. One striking feature of this campaign has been that some of the most inflammatory rhetoric surrounding Moyale has come not from politicians and media personalities in Ethiopia, but from their counterparts based in Kenya. I have never considered this pattern coincidental. My assessment was informed by several months of monitoring open-source information and clandestine political activities in Nairobi involving operatives linked to Isaias Afwerki’s regime. Now, Eritrea’s own ambassador to Kenya, Beyene Russom, has brought together some of the very politicians who have been working to inflame tensions surrounding Moyale. At this meeting, the ambassador reportedly brought the Moyale clashes, Ethiopia’s internal political divisions, and the dispute over Assab into the same discussion, even invoking the narrative of an alleged “Oromo supremacy” agenda. His own social media post confirms this. The ambassador’s use of the term “Oromo supremacy” follows an established pattern of ethnic framing. It echoes Isaias Afwerki’s reference to the so-called “ideology of Orommuma” in his May 2025 speech, in which he linked it to Ethiopia’s political crises and Abiy Ahmed’s quest for maritime access. At the time, I warned, both publicly and in private discussions with Eritrean officials, that introducing this kind of ethnic framing into an already volatile political environment was setting the region on a dangerous path. Unfortunately, those warnings went unheeded. Instead, Asmara intensified its support for media outlets spewing hateful propaganda against the Oromo people. What began as rhetoric from Isaias himself is now being amplified by his diplomatic representative in Kenya. The same ethnic framing is being extended to tensions surrounding Moyale—a localized clan dispute that should never have been allowed to escalate into an Oromo–Somali confrontation. There should now be little doubt about the origins of the increasingly familiar narratives of “Oromo expansionism” and “Oromo supremacy,” peddled by a handful of opportunistic politicians and media personalities, or about who is sponsoring and amplifying them. The fingerprints of the Asmara regime are becoming increasingly difficult to conceal. The ambassador’s intervention has brought into the open the very political agenda we have been tracking for months. Criticism of Abiy Ahmed’s government is entirely legitimate. But a blatant, coordinated anti-Oromo campaign designed to foment communal tensions and engineer a regional confrontation is an entirely different matter. I once again issue a strong warning to the Eritrean regime and Ambassador Beyene Russom against abusing diplomatic positions and platforms to inflame ethnic tensions within Ethiopia. This strategy will not achieve what they hope. On the contrary, it risks backfiring by helping Abiy Ahmed rally support around a narrative of external threats and national sovereignty. Those seeking to weaken him may end up strengthening him instead. As for the Oromo people, they have endured and overcome degrading campaigns waged against them from multiple corners for more than a century. They have survived far more organized and sustained attempts to undermine their identity and dignity. This latest hate campaign will be no different. It will not make a dent.
268
94
44
369
118,345
PPn gurmuus ta’ee, gillasabii Firfaariif itti maxxane salphisuu sirritti beekti. Daaraa keecha gangalchitee Awwaarraddi. Ragaan tokko Sirkaala Silence kana. Yes❗️ Sirkaala silence akdabaa awwarradde. Kha pirinsipilii irrat hundaayee, Kabaja isaa eeggatee adoo Firfaariis hin kadhatiin gaafa isiin tolchitu tumse gaafa balleechitu Dhukkee irraa kaase ammoo guddaa kaffaltiif. Adoo diduu kadhattee bessee itti roobsiti. Hoo didellee Account isaa barbaaddee Bankii ajajjee bessee irra naqxi. Hoo biyya alaa jiraate, Jaarsummaan sossobdee karaa Kiriptoo fi Gift cards itti roobsiti! Ragaa hedduu qabna. PP firfaariif itti hin maxxaninaa Kabaja keechan eeggadhaa Interest Ummata keenyaa bu’uura godhadhaa waan dalagdan dalagaa Jechumaafi 🫵
6
502
Tamalkat Title! Ophidiyoon Wayyanee Booji’uu amanuuf rakkatanii, Boohanii Mankaraarani Ajab ajab ajab Content 🫵
1
9
566
Ophidiyoodhaan Gobaz Gobaz jedhee hin beeku. Amma garuu dinqisifatuun heda na ofkalchaa Sirkaalli teenna! Ophidiyoon adoo Tuffatanii, Booji’amtuu adoo jedhanii abaaranii, Warra ishii booji’e Mataa Korokkomee, Maqaa Moggaaseefii Uumee-Guddise (Godfathers) qaxaqqaxuu dandeettee jirti. Wayyaneen Ophidiyoof alaqaa callaa hin turre. Taabota jedhuu dandeetta. Ammalaajii, Ayyaana-Abbaa, Karaa-Banamaa, Xurree Jannataa… kana Cufa olitti Kabajji, Sodaatti ture. Kanaafis “Godfather” Ophidiyooti jenne. Seenessa Sana madadaa qalabbastee, Jilbeeffachiistee Sagachiisuut jirti. Jeneraalota akka Gaanfa Afrikaatti Sodaatamaa turan, Ijoollee Xixiqqoo nu booda dhalatan itti ergitee qabdee Finfinnee fiddee Television fuldura teechistee “ Ani Murkonyaadha” jechisiisaa jirti. Ophidiyoon Seenessa Ufirraa qalabbasuu dandeettee jirti. Gobaz Gobaz jennaan🫵
4
1
19
696
KENYA 🇰🇪❗️ Hardhas Mombaasatti Gamoo Abbaan darbii 12 jigee Namni dhume. Torbee sadi Duras Nayirobitti jigee Nama fixee ture. Jarattiin yeroo dheeraaf akkuma Ixiyophiyyaa ammaa kana Qulqullina Barnootatti qoosaa turte. Bu’aa isaa, Injinaroota Digirii bitan hookan gahumsa malee Yunivarsitiin gubboon eebbise irraa hardha Argataa jirti. Ixiyophiyyaan hardha qoostu kunis Yeroon booda kana agarti. Joollee qubee Sirreessitee barreessuu hin beekne fi CV qopheeffatuu hin dandeennetu kolleejji Teekinoo addaddaa irraa Digirii Bachilarii guuree “Injinar X, Injinar Y” jedhee wal yaamaa jira. Kontiraktara ta’ee Heyyama ijaarsaa baafatee chocho’a🫵
3
321
Badhaatuu Ayyalaa retweeted
King of Benin claimed that he is 48th descendent of Ethiopian Oromo who came from Horn of Africa in 3rd century.
12
14
5
59
10,714
Priests and FANOs are using church premises as a weapon store and strategic camouflage
1
270
Let Saudi Arabia 🇸🇦 and all regional powers cooperate to make this happen 🫵
هناك ضرورة جيوسياسية ملحة إلى إعادة إريتريا لحضن الوطن الإثيوبي، أو مساعدة إريتريا في التحول الديمقراطي واستبدال الطاغية أفورقي بحكم ديمقراطي مستقر يساهم في تطويق الحوثيين.
2
169
Caught red handed, storing over 20000 bullets in Orthodox Church, For Terrorist Fano. Guards trying to defend him and the store were neutralized. And Habash disinformation task forces on Social Media crying as if Civilians were killed. Of course they are not in military attire or Rangers, but still rebellions🫵
21
22
101
21,875
“Oromoon Horii Gowwaa waan taateef, Balbala jalaa Bannee Harkisnee Tigray galchinee, Waqqaxna… “ Ummanni Ixiyophiyyaa Kibbaa Kan Isaan walitti haran Hunduu lola hin beekan jedhee Dhaadataa ture. Joolleen Allamaxaa haga Dangaa Ektiraatti ariitee, Gurra qabdee fidde. Ilma Haadharawuu🫵
6
6
1
48
4,701