Sabontu Ahmed (@SabontuFiB) header
Sabontu Ahmed (@SabontuFiB) profile picture

🚨Don't Compare Me to Other People, I'm Not Like Them!🕹 18+ ||💧Follow Me!💞⚡ https://nitter.cf/t.co/5U2vNGgvAG

Joined January 2021
Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)Photo by Sabontu Ahmed (@SabontuFiB)
A ☺️ ❣️❣️🤌 #Allhamdullilah🙏
13
42
3,952
The Economics Says ፦👇👇
Ethiopia’s prime minister once promised a historic transition to democracy. Instead, through guile and brute force, he has personalised power to a degree unseen since the country’s last emperor economist.com/leaders/2026/0…
1
1
217
Sabontu Ahmed retweeted
Congratulations to all Arsenal fans! After a long wait, the reward has finally come. Your patience, unwavering support, and fighting spirit through every difficult season truly deserve respect. Through the ups and downs, you stood by your club with belief and passion. This victory is not just about winning, it is about resilience, loyalty, and never giving up. Enjoy this moment, Gunners. You earned it⚽ #Arsenal #PLChampions2026
62
143
13
1,494
28,104
This is now the official account of Mayor Zohran Mamdani. Welcome to a new era for NYC.
5,292
14,301
814
179,739
3,200,983
🎁| Baga Bara Haaraa Geessan.!!🙌🎊🎆 🎁| እንኳን ለአዲሱ አመት አደረሳችሁ!🎊🗓️✌️
4
258
🎁 𝑯𝑨𝑷𝑷𝒀 𝑵𝑬𝑾 𝒀𝑬𝑨𝑹 2026.🎊🎆🗓️
1
203
🔴⚪️ #CONGRAAA ALL ARSENALFANS❤🥳🥶
An impressive display from @Arsenal in a vital match at the top of the table 🔥
2
276
#EZE 1ST PREMIERE PLEASE GOAL FOR ARSENAL, AGAINST HIS FORMER SIDE❤ . .
It had to be him 😤 Ebere Eze notches his first Premier League goal for @Arsenal, against his former side 🔴
1
2
787
CRAZY ፦ Liverpool defeats!😂🤣
1
4
201
🚨 Raashiyaan osuma NATO'n ibsa baasuu Puutiin markaba doonii Niikuleera 3 baadhatu kana gara Norway fi UK sochoofte jirti jedhama jira 😍
1
2
204
🇲🇦 Achraf Hakiimiin CAF'n "Taphaataa Kubbaa Miilaa Afrikaa Kan Waggaa kanaa" jedhamuun filame jira.🤡 Akkuma beektan Achraf Hakimiin taphataa garee biyyaalessaa Morookoo fi kilabii PSG keessaa taphataa jiruu dha.🥳🥶 . . .
3
171
🎙 #SIRIBII 📸📺📸 Artist Jafar Yusuf beektu mitii? Jafar waggaa muraasa dura Fiilmii Afaan Oromoo miidhagaa ta’e, kan mata dureensaa “SIRIBII” jedhu qopheessuunsaa ni yaadatama. Fiilmiin kun Dilbata dhufu #Minnesotatti agarsiifamuuf qophiin xumuramee jira!
1
2
242
Sunday, Oct 26 600 W Moore Lake Dr Fridley, MN, 55432 4:30 PM Warri Minneapolis fi naannoo sana jirtan waamicha guddaa kanarraa hin hafiinaa!
1
88
🇮🇷🇮🇱 Hacker Iraan haleellaa Saaybaraa dhaabbilee ijoo IZra🙈ael 10 irratti godhaniin dhaabbileen 10n harka hacker Iraan galuu isaanii miidiyaalee IZra🙈ael afaan hibruun amma gabaasa jiraachuu Roya News English gabaaseera!! Nama ta'iin dadhabde waan teesisa itti dhufa jadhan...
127
Innaalillaahi wa’innaa Ilayhi Raaji’uun!! Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa duraanii Kabajamoo Muftii Haaji Umer Idris du’aan addunyaa kanarraa boqotan. Muftii Haaji Umer Idris dhukkuba isaan mudateen wal'aanamaa kan turan yoo ta'u,
1
2
156
har'aa guyyaan isaanii geesse jeennan du'aan addunyaa kanarraa boqotanii jiru.😔🔥⚱️⚰️ Rabbi Rahmata isiniif hagodhu🙌 ⚰️🔥⚰️😭🤑🙁
69
🚨🇺🇲 Seenaa keessatti "Hiriira Mormii" namoonni miliyoona Torbaa (7) ol Lammiileen Ameerikaa irraatti hirmaatan Waashingitan D.C. fi State Ameerikaa hunda keessaatti, halkan Kaleessa irraa eegalee hanga galgalaa har'aa kanaatti gaggeeffameen,
2
122
ተጠናቀቀ!⏱️ 🔴 Liverpool 1-2 Man Utd ⚪️
⏱️ 𝗙𝗨𝗟𝗟 𝗧𝗜𝗠𝗘: 🔴 Liverpool 1-2 Man Utd ⚪️
1
173
.....😍🙏
Thank you to the millions of Americans who turned out in small communities and big cities all over this country to say loudly and boldly: No more kings. In America, We the People will rule.
87
✴️🇵🇸 Waggaa 23 booda..!!📸 Qabsa'aa Falasxiin bilisa ba’e Akram Abu Bakar, qaama waliigaltee jijjiirraa hidhamtoota dhiheenya kanaa ta’uun kan gadhiifame yoo ta'u, haadha warraa isaa kan waggaa 23 dura Nikaah hidhate hidhaa umurii guutuu itti murtaa’uu isaa hordofuun sababa
1
1
1
114
isaa akka isheen bultii hin dhabne Nikaah isaa irraa hiikus isheen garuu heerumuu diduun obsaan isa eeggachaa turte. Yeroo sanatti dhukkubbiin kan isa mudate taʼus, haati manaasaa kun waggoota inni hidhaarra ture hunda obsaa fi abdii guddaan isa eeggachaa turte.
1
47
Dheengadda yeroo inni gadhiifamu garuu jalqaba irratti kan isa simatte ishee yoo ta'u, waggoota kurnan lamaa oliif erga addaan ba'anii booda seenaa jaalala isaanii gaa'ela haaraatiin haaromsanii jiru.💔😍🙏
45