Getahun Legesse (@Birmaduu2) header
Getahun Legesse (@Birmaduu2) profile picture

Ethio Herald, BBCM, AddisStandard, email - [email protected]

Ethiopia
Joined September 2022
Photo by Getahun Legesse (@Birmaduu2)Photo by Getahun Legesse (@Birmaduu2)
_Digital tools help businesses better manage internal and external processes by improving communication and speeding up routine tasks.  airslate.com/academy
1
1
129
Oduu: Mariin “nagaafi misooma waloo” Gaanfa Afrikaarratti xiyyeeffatu #Dirree_Dhawaa'tti gaggeeffamaa jira Kaayyoon wal gahichaa manneen barnoota sadarkaa olaanaa #Itoophiyaa, #Jibuutiifi #Somaaliilaand gidduutti hariiroo uumuudha jedhame. Gabaasa guutuu facebook.com/AddisstandardAO…
1
1
2
108
Aadaafi Aartii: Dhalataan #Oromoo #Tasfaayee Urgeessaa #Itoophiyaa bakka bu’uun mul’isa aartii 2024 Xaaliyaanitti ni hirmaata facebook.com/AddisstandardAO…
1
1
73
Oduu: Lakkofsi #uummataa biyyaalessaa waggoota 3 keessatti kan gaggeeffamu ta'uu himame Waggoota sadan itti aananii dhufan keesssatti lakkaawwii uummataa biyyaaleessaa gaggeessuuf karoorfachuu ministeerri karooraafi misoomaa beeksise. Gabaasa guutuu wp.me/pfo0nO-N0
1
2
3
153
Oduu: Waraana Sudaaniin walqabatee namoonni miliyoona 8 buqqaafamuu UN gabaase Waraana Sudaan karaa nagaatiin mariin furuuf yaalii hedduu haa taasifamu malee hanga yoonaatti bu’aa barbaadame argamsiisuun hin danda’amne. Gabaasa guutuu facebook.com/AddisstandardAO…
1
1
68
Oduu: Finfinneetti shakkamaan nyaata keessa baala sammuu hadoochu dhoksee waajjira #poolisii galchuuf yaale too’atame facebook.com/AddisstandardAO…
1
61
Ambaasaadarri #Itoophiyaa mootummaa fi ummata #Somaaliyaa dhiifama gaafatan bbc.com/afaanoromoo/articles…
1
147
Kitaabni seenaa gooticha Dajjaazmaach #Balaay_Zallaqaa irratti xiyyeeffachuun mata duree Balaay zallaqaa Warra Hundee Qilxuu" jedhuun barreessaa Biiniyaam Haaylamikaa'eliin barreeffame eebbifame. facebook.com/AddisstandardAO…
3
1
2
70
Oduu: Keeniyaan hogganaa humna Saffisaa simachuu hordofee #Sudaan ambaassaadara ishee #Keeniyaa jiru waamte Gabaasa guutuu wp.me/pfo0nO-Hw
1
1
46
Xiinxala oduu: Ergaan doorsisa haleellaa boombii masaraawwan Ameerikaarratti baay’achuu hordofee hojjettoonni baafaman addisstandard.com/Afaanoromo…
1
1
25